Sadarkaa Naannoo Oromiyaatti guyyaan har’aa guyyaa dubbisaa ta’ee oola
Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) – Sadarkaa Naannoo Oromiyaatti guyyaan har'aa (Amajjii 04/2014) guyyaa dubbisaa ta’ee kan oolu ta’uu ibsame.
"Dubbisuun aadaa keenya haata'u, " mata duree…