Oomisha Sibiilaa alaa galu kan biyya keessan bakka buusuuf Proojektiin waggaa kaa’ame
Finfinnee, Amajjii 3, (FBC) – Oomisha Sibiilaa alaa galu kan biyya keessan guutumaa guutuutti bakka buusuuf Proojektiin waggaa sadii kaa’amuu Ministeerri Albuudaa beeksiise.…