Ispoortii Waancaan Afrikaa 33ffaan har’a Kaameeruunitti ni eegala Sifen Megersa Jan 9, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2014 (FBC) - Waancaa Afrikaa 33ffaa bara kana gaggeeffamuun biyyoonni 24 ramaddii 6'tti qoodamanii waliin morkatu. Taphattoonni liigoota gurguddoo biyyoota…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni bara haaraa Halaabaa kabajamaa jira Sifen Megersa Jan 9, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 1, 2014 (FBC) - Ayyaanni bara haaraa Halaabaa sirnootaa fi agarsiisa garaagaraan kabajamaa jira. Ayyaannichi eenyummaa sabichaa beeksiisuu, dhimmoota hawaasaa,…
Ispoortii Gareen Kubbaa Biyyaalessa Ityoophiyaa boru tapha jalqabaa Waancaa Afrikaa Keeppi Vardee waliin ni… Sifen Megersa Jan 8, 2022 0 Finfinnee, Muddee 30, 2014 (FBC) - Leenjisaan olaanaan Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Wubatuu Abaatee fi dursaan garicha Geetaanehi Kabbadaan qophii garichaa fi haala waqtaawaa…
Oduu biyya keessaa Rakkoo walxaxaa biyya muudate wareegamaa fi gootummaa Raayyaa Ittisaan qolachuun danda’ameera… Sifen Megersa Jan 8, 2022 0 Finfinnee, Muddee 30, 2014 (FBC) - Rakkoo walxaxaa biyya muudate wareegamaa fi gootummaa Raayyaa Ittisaan qolachuun danda'ameera jedhan Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen.…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisaa hoggantoota olaanoof sadarkaa guddinaa laate Sifen Megersa Jan 8, 2022 0 Finfinnee, Muddee 30, 2014 (FBC) - Raayyaan Ittisaa Biyyaa har'a hoggantoota olaanoof sadarkaa guddinaa laate Muudamtoota sadarkaa Maarshaalii Fiildii Birihaanuu Juulaa Galaalchaa…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Waloo Paartileen siyaasa magaalaa Finfinnee dhimmoota waqtaawaa biyyoolessaarratti… Obse Wakgari Jan 8, 2022 0 Finfinnee, Muddee 30, 2014 (FBC)- Manni Maree Waloo Paartileen siyaasa magaalaa Finfinnee dhimmoota waqtaawaa biyyoolessaarratti mari’ataniiru. Yaada ka’umsaa marichaa kan dhiyeessaan…
Uncategorized Magaalaa Finfinneetti guyyaa boruu gaggeeffamuuf kan ture hiriirri ‘No More’ torbee itti aanuutti… Obse Wakgari Jan 8, 2022 0 Finfinnee, Muddee 30, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti guyyaa boruu gaggeeffamuuf kan ture hiriirri ‘No More’ ykn ni ga’aa gaaffii diyaaspooraatin torbee itti aanuutti darbu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Mootummaan himata hidhamtoota addaan kutuun hidhaamtoonni akka gadi lakkifamaaniif murteesse… Obse Wakgari Jan 8, 2022 0 Finfinnee, Muddee 30, 2014 (FBC)- Mootummaan himata hidhamtoota addaan kutuun hidhaamtoonni akka gadi lakkifamaanif murtoon dabarse hirmaannaa marii biyyoolessaaf faayidaa olaanaa qaba…
Oduu biyya keessaa Miseensoonni diyaaspooraa oomishaalee qonnaan bulaa ga’aan walitti qaban Obse Wakgari Jan 8, 2022 0 Finfinnee, Muddee 30, 2014 (FBC)-Dhalattoonni Ityoophiyaa fi Ityoophiyaanoonni Diysaapooraa Kutaa Magaalaa Lammii Kuraa aanaa 02 iddoo Shoobee jedhamutti argamuun oomishaalee qonnaa waliitti…
Oduu biyya keessaa Godina Shawaa Lixaa aanaa Dandii ganda Waamuraa Saqootti jalqabbiin facaasaa qamadii bonee eegale Obse Wakgari Jan 8, 2022 0 Finfinnee, Muddee 30, 2014 (FBC)- Godina Shawaa Lixaa Aanaa Dandii ganda Waamuraa Saqootti jalqabbiin facaasaa qamadii bonee lafa hektaara 2089 eegaleera. Sochii misooma qamadii…