Dhaabbileen garaagaraa lammiilee naannoo Afaar miidhamaniif deeggarsa taasisan
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC)- Dhaabbileen garaagaraa lammiilee naannoo Afaar gocha garee shororkeessaa ABUTiin miidhamanii fi qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa akaakuu…