Poolisiin Federaalaa fi Ityoo Telekoom dhaabbilee naannoo Amaaraatti barbadaa’an deebisanii dhaabuuf…
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC) – Poolisiin Federaalaa fi Ityoo Telekoom dhaabbilee naannoo Amaaraa garee shororkeessaa ABUTiin barbadaa’an deebisanii dhaabuuf deeggarsa meeshaalee taasisuu…