Oduu biyya keessaa Weellisaan buleessi Alamayyoo Isheetee boqate Obse Wakgari Sep 3, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC)- Weellisaan buleessi Alamaayyoo Isheetee du’aan addunyaa kanaarraa boqateera Sirbasaa ‘Temaar Lijee’ jedhu dabalatee sirbootasaan baroota hedduu…
Oduu biyya keessaa Naannoo Harariitti Filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaa gaggeeffamuuf hawaasni hirmaannaa hoo’aa… Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Naannoo Harariitti Filannoo biyyaalessaa marsaa 6ffaa gaggeeffamuuf hawaasni hirmaannaa hoo'aa akka taasiisu Preezdaantiin naannichaa obbo Oordiin…
Oduu biyya keessaa Gareen gantichaa jeneraal Migbaay Haayilaan durfamu adda waraanaa Maayitsebariitti barbadeeffame Obse Wakgari Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC)- Gareen gantichaa jeneraal Migbaay Haayilaan durfamu adda waraanaa Maayitsebariitti barbadeeffameera. Garichi adda waraanaa Maayitsebarii aanoolee…
Oduu biyya keessaa Manneen qorichoota shan qoricha seeraan alaa gurguraa turan irratti tarkaanfiin fudhatame Obse Wakgari Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC)- Manneen qorichoota shan qoricha seeraan alaa gurguraa turan irratti tarkaanfiin fudhatameera. Magaalaa Finfinneetti manneen qorichoota naannoo…
Oduu biyya keessaa Gareen weerara ABUT Ityoophiyaanoonni tokkummaa akka dhaabbataan taasiseera-Af-Yaa’ii Adam Faraah Obse Wakgari Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC)- Gareen weerara ABUT Ityoophiyaanoonni tokkummaa daangaa hanga daangaattii akka dhaabbataan taasiseera jechuun Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo…
Oduu biyya keessaa Sagantaa seeftiineetii magaalaa sirnaan hojiirra oolchinaan harka qalleeyyii hedduu jijjiiruu… Obse Wakgari Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC)- Sagantaa seeftiineetii magaalaa sirnaan hojiirra oolchinaan harka qalleeyyii hedduu jijjiiruu dandeenya jedhan Itti Aantuun Preezdaantii fi Qindeesituun…
Oduu biyya keessaa Filannoo Baatii Fulbaanaa filatamuuf galmeen filattootaa gaggeeffamaa jira jedhame Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Naannoo Somaalee, Hararii fi Kibbaatti Filannoo Baatii Fulbaanaa filatamuuf galmeen filattootaa gaggeeffamaa jiraachuu Boordiin Filannoo Biyyalessaa…
Oduu biyya keessaa Shaneen Diina Ummataa fi biyyaa waan ta’eef barbadeessuun dirqama – Obbo Geetaachoo Baalchaa Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Shaneen Diina Ummataa fi biyyaa waan ta’eef barbadeessuun dirqama ta’uu Hogganaan Biiroo Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo…
Oduu biyya keessaa ABUT naannoo Affaar aanaa Baarihaalleetti haleella baneen lammiilee nagaan miidhamaan Obse Wakgari Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT naannoo Affaar aanaa Baarihaalleetti haleella baneen lammiilee nagaan miidhamaaniiru. Namoonni lakkoofsaan hedduun rasaasaan…
Biiznasii Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 44 olitti tilmaamamu to’atame Sifen Megersa Sep 2, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC) – Adoolessa 1 hanga Hagayya 27, 2013tti meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 44 olitti tilmaamamu to’atamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksiise.…