Mootummaan Naannoo Oromiyaa dargaggoota Oromoo dogoggooraan shaneetti makamaniif waamicha dhiyeesse
Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa dargaggoonni Oromoo karaa dogoggoraan farrummaa garee shororkeessaa shaneetti osoo hin hubatiin itti makaman hundi karaa nagaan…