Fayyaa Hojjettoonni FM Faanaa Naqamtee 96.1 dhiiga arjooman Obse Wakgari Dec 16, 2021 0 Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC)- Hojjettoonni FM Faanaa Naqamte 96.1 Guyyaa har'a dhiiga arjoomaniiru. Hojjettoonni kunneen lubbuu haadholii yeroo da'umsaa dhangala’uu dhiigaatin darbu…
Oduu biyya keessaa Gareen Shororkeessaa ABUT naannolee lameenitti lafa qonnaa heektaara miiliyoona 1 ol misoomaan ala… Ayana Dheressa Dec 16, 2021 0 Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Gareen Shororkeessaa ABUT naannolee Amaaraa fi Affaaritti lafa qonnaa heektaara miiliyoona 1fi kuma dhibba 5 ol misoomaan ala taasisuu Ministeerri Qonnaa…
Oduu biyya keessaa Miseensonni Poolisii Doolaara kuma 3 fi dhibba 9 lafaa argan deebisan Ayana Dheressa Dec 16, 2021 0 Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Miseensonni Poolisii magaalaa Finfinnee 4 Doolaara kuma 3 fi dhibba 9 lafaa argan deebisuu ibsame. Miseensonni poolisii Ittaanaa Inispeektaraa Zanabaa…
Oduu biyya keessaa Ameerikaatti Ityoophiyaa yakka ‘Duguggaa Sanyiitin’ seerrii gaafachuuf yaadame ture haqame Obse Wakgari Dec 16, 2021 0 Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC)- Ameerikaatti Ityoophiyaa yakka ‘Duguggaa Sanyiin’ seerrii gaafachuuf seerrii yaadame ture haqameera. Ityoophiyaa yakka duguggaa sanyiin/Genocide/…
Oduu biyya keessaa Lammiilee miiliyoona 13 oliif deeggarsi namoomaa dhiyaachaa jira- Komishinii Hoggansa Sodaa Balaa… Ayana Dheressa Dec 16, 2021 0 Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Mootummaan guutuu Ityoophiyaatti Lammiilee miiliyoona 13 fi kuma dhibba 4 oliif deeggarsa namoomaa dhiyaachaa jiraachuu Ittaanaan Komishinaraa Komishinii…
Oduu biyya keessaa Keeniyaan tumsa yeroo mara Ityoophiyaaf qabdu kan hin jijjiirramneedha-Jeneraal Baadii Obse Wakgari Dec 16, 2021 0 Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC)- Naayirooniitti Daayreektarri tajaajilaa Meetiroopaalitaan Jeneraal Leetinaal Mahaammad Abdallaa Baadii hariiroon Keeniyaa fi Ityoophiyaa gidduu jiru…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanonni Ameerikaa jiraatan lammiilee miidhaan irra gaheef Doolaara kuma dhibba 1 fi kuma 20… Ayana Dheressa Dec 16, 2021 0 Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) - Ityoophiyaanonni Ameerikaa Fiiniiksii fi Ariizoonaa jiraatan lammiilee garee shororkeessaa ABUTiin miidhaan irra gaheef Doolaara kuma dhibba 1 fi kuma 20…
Oduu biyya keessaa Magaalaan Sulultaa godinaalee hongeen miidhamaniif deeggarsa taasise Obse Wakgari Dec 16, 2021 0 Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC)- Magaalaan Sulultaa godinaalee hongeen miidhamaniif deeggarsa taasiseera. Bulchiinsi Magaalaa Sulultaa godinaalee hoongeen miidhamaniif nyaata beeladaa…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Kaameeruun hojii Doolaara Sobaa maxxansuurratti bobba’anii turan to’ataman Sifen Megersa Dec 15, 2021 0 Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) - Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Boolee iddoo addaa Istaadiyeemii haaraa jedhamuun waamamutti lammiileen Kaameeruun hojii Doolaara Sobaa maxxansuurratti…
Biiznasii Baatiwwan shanan darban Indaastirii Kal’oorraa galiin Doolaarri miiliyoonni 19 argamuu ibsameera Sifen Megersa Dec 15, 2021 0 Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Baatiwwan shanan darban daldala alaa Indaastirii Kal’oorraa galiin Doolaarri miiliyoonni 19 argamuu Inistiityuutiin Indaastiriin Misooma Kal’oo…