Dhiibbaa biyyarra ga’u qolachuuf Raayyaa Ittisaa cinaa ni dhaabbanna – Obbo Dassitaa Leeddaamoo
Finfinnee, Adooleessa 14, 2013 (FBC) – Raayyaa Ittisaa cinaa dhaabbachuun daangaa Ityoophiyaa ni kabachiifna jedhan Preezdaantiin Naannoo Sidaamaa obbo Dassitaa Leeddaamoon.…