Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Burundii Ivaaristee Niidaayshimiyee Finfinnee galan Tsehay Guluma Feb 12, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin Burundii Ivaaristee Niidaayshimiyee Yaa’ii Hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Biiznasii Geejjibni Galaanarraafi Loojistiksii Itiyoophiyaa galii Birrii biiliyoona 74.4 argate Ayana Dheressa Feb 12, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Geejjibni Galaanarraafi Loojistiksii Itiyoophiyaa baatiiwwan jahan darbanitti galii Birrii biiliyoona 74.4’n argadhe jedhe. Dhaabbatichi ulaagaalee…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Taanzaaniyaa Finfinnee galan Sifen Megersa Feb 12, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin Taanzaaniyaa Saamiyaa Suuluhuu Hasan Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 39ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Pireezidaanti…
Oduu biyya keessaa Walga’iin idilee 48ffaa Hoji Raawwachiistootaa Gamtaa Afrikaa xumurame Tsehay Guluma Feb 12, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Walga’iin idilee 48ffaa Hoji Raawwachiistootaa Gamtaa Afrikaa guyyoota lamaaf gaggeeffamaa ture xumurameera. Walga’ichi “Dhiyeessii bishaanii itti…
Biiznasii Milkaa’inoota Fooyyessii Diinagdee Itiyoophiyaa itti fufsiisuuf tumsaan ni hojjenna – Baankii… Sifen Megersa Feb 12, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Milkaa’inoota Fooyyessii Diinagdee Itiyoophiyaa itti fufsiisuuf tumsaan ni hojjenna jedhe Baankii Addunyaan. Milkaa’inoota fooyyessichaan argaman…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Itti aantuun Leesoottoo Finfinnee galan Ayana Dheressa Feb 12, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Itti aantuun Leesoottoo Nitoomeeng Maajaaraan Yaa’ii Hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon jila Ministira Dhimma Alaa Faransaay waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 12, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiiwoos jila Ministira Awurooppaa fi Dhimma Alaa Faransaay Eliiyuunoor Kaarwaan durfamu…
Teeknooloojii Magaalaa Asallaatti giddugalli kenniinsa tajaajila iddoo tokkoo masoob eegale Sifen Megersa Feb 12, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Magaalaa Asallaatti giddugalli kenniinsa tajaajila iddoo tokkoo masoob tajaajilaf banaa ta'eera. Kantiibaan magaalaa Asallaa obbo Simee Tsaggayeen…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Shaggaritti kenni tajaajila iddoo tokkoo socho’aan manaa manatti eegale Sifen Megersa Feb 12, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Magaalaa Shaggaritti Giddugalli tajaajila Iddoo Tokkoo Masoob 1ffaan kenna tajaajila socho'aa manaa manatti kennuu eegaleera. Kenni tajaajila…
Oduu biyya keessaa Rakkoo Bulchiinsa gaarii furaa kan jiru Masoob … Tsehay Guluma Feb 12, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (MC) - Wiirtuun Tajaajila giddugala Tokkoo Masoob qaawwa mootummaa fi ummata gidduu jiru dhiphisuun itti quufinsaa fi amantaa ummanni mootummaa irraa qabu akka…