Humni Eegdoota Rippaablikaanii manneen jireenyaa harka qalleeyyii haaromse kenne
Finfinnee, Adooleessa 8, 2013 (FBC) – Humni Eegdoota Rippaablikaanii manneen jireenyaa harka qalleeyyii kutaa magaalaa Araadaatti haaromse jiraattootaaf deebisee laateera.…