Duula gara biyyaa galuu miiliyoona 1’f hojiin qophii dura raawwatamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 28, 2014 (FBC)- Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad dhalattoonni Ityoophiyaa fi lammiileen Ityoophiyaa diyaaspooraan miiliyoonni 1 gara biyyaa akka galaniif waamicha…