Oduu biyya keessaa Guyyaan Sabaaf sablammootaa 16ffaa magaalaa Jimmaatti kabajame Sifen Megersa Dec 8, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC) – Guyyaan sabaa fi sablamootaa 16ffaan Mata duree 'Obbalummaa, tokkummaa sabdaneessummaf' jedhuun magaalaa Jimmaatti bifa hoa'aa ta’een…
Oduu biyya keessaa Naannoo Amaaraa fi Afaariitti sarbamni namoomaa yeroo hin madaalle raawwatameera – Tajaajila… Sifen Megersa Dec 8, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC) – Gareen Shororkeessaa ABUT Naannoo Amaaraa fi Afaariitti iddoolee weeraree turetti sarbama namoomaa yeroo hin madaalle raawwachuu Tajaajilli…
Oduu biyya keessaa Godinichatti barattoonni kuma 5 ol oomisha duultota waraanaa walitti qaban Ayana Dheressa Dec 8, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC)– Godina Arsiitti barattoonni kuma 5 ol oomisha namoota birmadummaa biyyaa kabachiisuuf gara adda waraanaatti duulanii fi namoota humna hin qabneef oomisha…
Oduu biyya keessaa Calaqqeen Ityoophiyaa inni olaanaan tokkummaa sabdaneessaadha – Preezdaant Saahilawarq Zawdeen Sifen Megersa Dec 8, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC) – Calaqqeen Ityoophiyaa inni olaanaan tokkummaa sabdaneessaadha jedhan Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen. Preezdaantiin FDRI…
Oduu biyya keessaa Gareewwan shororkeessitootaa Ityoophiyaa diiguuf ka’an diigamaa jiru- Hayyoota Ayana Dheressa Dec 8, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC)– Gareewwan shororkeessitootaa Ityoophiyaa diiguuf ka’an diigamaa jiraachuu hayyootni ibsan. “Duulli tokkummaa sabdaneessaaf” jedhu hoggansa Muummee…
Oduu biyya keessaa Guyyaan saboota, sablammootaa fi uummattootaa 16ffaan magaalaa Dirree Dawaatti kabajamaa jira Ayana Dheressa Dec 8, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC)– Guyyaan Ayyaana saboota, sablammootaa fi uummattoota Ityoophiyaa 16ffaan magaalaa Dirree Dawaatti kabajamaa jira. Ayyaanichi mata duree “ Obbolummaan…
Oduu biyya keessaa Wixineen labsii Tigraayiit yakki duguuggaa sanyii raawwatameera jechuun Ityoophiyaa yakkuuf… Sifen Megersa Dec 8, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC) - Wixineen labsii ‘Tigraayiit yakki duguuggaa sanyii raawwatameera’ jechuun Ityoophiyaa yakkuuf Bulchiinsa Baayidaniin wixineeffamaa ture Seera Eeyyama…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Heenook Mana Maree Biyyaalessaa Faransaayitti miseensota garee michuu Ityoophiyaa… Sifen Megersa Dec 8, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC) - Faransaayitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Heenook Mana Maree Biyyaalessaa Faransaayitti miseensota garee michuu Ityoophiyaa waliin…
Oduu biyya keessaa Ameerikaan karoorri Ityoophiyaa AGOA irra haquu qabatte dhaabbilee isheetti rifaatuu uume Obse Wakgari Dec 7, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2014 (FBC)- Ameerikaan karoorri Ityoophiyaa AGOA ‘The African Growth and Opportunity Act’ haquuf qabatte dhaabbilee isheen kan hin eegamnee fi kan rifaasiseedha.…
Oduu biyya keessaa Jala bultiin kabaja ayyaana saba fi sablammoota 16ffaan Dirree Dawaatti kajamu itti fufeera Obse Wakgari Dec 7, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2014 (FBC)- Jala bultiin kabaja ayyaana saba fi sablammoota uummattoota Ityoophiyaa 16ffaan magaalaa Dirree Dawaatti kajamu itti fufeera. Qophicharratti Afa Yaa’iin…