Oduu biyya keessaa Gaashanaa fi naannawaan ishee bilisoomte Sifen Megersa Dec 1, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Duula birmadummaa biyyaa mirkanneessuuf gaggeeffamaa jiruun injifannoo olaanaan galmaa’aa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibsa…
Oduu biyya keessaa Ministirri Dhimma Alaa Chaayinaa Finfinnee galan Sifen Megersa Dec 1, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa Waangi Zyiin daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru. Ministirichi wayita Buufata Xiyyaaraa…
Oduu biyya keessaa Seeneetiin Yuunvarsiitii Gondar Digrii Dooktireetii kabajaa Illeenii G/Madiiniif laatee ture haqe Obse Wakgari Nov 30, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) – Seeneetiin Yuunvarsiitii Gondar Digrii Dooktireetii kabajaa Illeenii G/Madiiniif laatee ture haquuf murteesseera. Yuunvarsiitichi bara 2005 Illeeniif…
Oduu biyya keessaa Baankichi misooma proojektii daandii Gaanfa Afrikaaf liqaa doolaara miiliyoona 217 raggaasise Obse Wakgari Nov 30, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) – Boordiin daayreektaroota Baankii Misomaa Afrikaa biyyoota naannoo Gaanfa Afrikaatti argamaniif misooma ijaarsa daandiin wal qunnamsiisuuf liqaa doolaara…
Oduu biyya keessaa Duulli birmadummaa MM Abiy Ahimadiin durfamu bu’aa olaanaa galmeessaa jira jedhame Obse Wakgari Nov 30, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) – Duulli birmadummaa Muummee Ministiraa FDRI durfamu bu’aa olaanaa galmeessaa jiraachuu Seekreetariyaat Preesiin Waajjira Muummee Ministiraa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Biirichi oomisha jallisii qamadii marsaa 3’n misoomsuun callaa kuntaala miiliyoona 28 ol… Obse Wakgari Nov 30, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) – Biiroon Qonnaa Oromiyaa oomisha jallisii qamadii marsaa 3'n misoomsuun callaa kuntaala miiliyoona 28 ol walitti qabuuf hojjetaamaa jiraachuu ibseera.…
Idil Addunyaa Tumsii fi michummaan Chaayinaa-Afrikaa cimee itti fufeera-Shii Jiinpiing Obse Wakgari Nov 30, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) – Tumsii fi michummaan Chaayinaa-Afrikaa cimee itti fufeera jechuun preezdaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing ibsaniiru. Yaa’iin Ministiroota…
Oduu biyya keessaa Koreen Qaxxaamura Diimaa idil addunyaa Proojektii Soolaarii dhiyeessa Bishaanii naannoo Somaaleetti… Sifen Megersa Nov 30, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) – Koreen Qaxxaamura Diimaa idil addunyaa Proojektii Soolaarii dhiyeessa Bishaanii naannoo Somaaleetti hojjechaa ture dabarseera. Korichi naannoo…
Oduu biyya keessaa Namni dhuunfaan karaa seeran alaan waraqaa eenyummaa qopheessaa ture to’atame Sifen Megersa Nov 30, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) – Magaalaa Dirree Dawaatti namni dhuunfaan gochaa shororkeessummaaf karaa seeran alaan waraqaa eenyummaa qopheessaa ture to’atamuu Koreen Qajeelcha Labsii…
Oduu biyya keessaa Akkadaamiin Hoggansaa Afrikaa raayyaa ittisa biyyaa fi lammiilee buqqa’aanif deeggarsa Birrii… Obse Wakgari Nov 30, 2021 0 Finfinnee, Sadaasa 21, 2014 (FBC) – Akkadaamiin Hoggansaa Afrikaa raayyaa ittisa biyyaa fi lammiilee buqqa’aanif deeggarsa Birrii miiliyoona 15tti tilmaamamu taasiseera. Hojjettoonni…