Oduu biyya keessaa Cichoomina hojii rakkoo fure Tsehay Guluma Feb 26, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 19, 2017 (FMC) –Leencoo Birhaanuu fi Daani’eel Birhaanuu jedhamu Dhalattoota Godina Shawaa Kibba Lixaa Magaalaa Walisootti. Leencoo fi Daani’eel obboleeyyan…
Teeknooloojii Guddina fooyya’aa galmeessuuf ce’umsa Diijitaalaa saffisiisuun murteessaa ta’uun ibsame Tsehay Guluma Feb 26, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 19, 2017 (FMC) – Ardii Afrikaatti guddina diinagdee fooyya’aa galmeessuuf ce’umsa Diijitaalaa saffisiisuun murteessaa ta’uu Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi…
Teeknooloojii Itiyoo Teeleekoom tajaajila kilaawud irratti furtuuwwan dijitaalaawaa eegalchiise Tsehay Guluma Feb 26, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 19, 2017 (FMC)-Itiyoo Teeleekoom dandeettii maamiltootaa fi dhaabbilee kan ijaaranii fi ammayyeessan tajaajila kilaawud irratti furtuuwwan dijitaalaawaa hundeeffaman…
Oduu biyya keessaa Badhaadhina hunda-galeessa ta’e dhugoomsuuf hirmaannaan dargaggootaa murteessaadha jedhame Sifen Megersa Feb 26, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 19, 2017 (FMC) – Magaalaa Shaggaritti Leenjii dandeettii raawwachiisummaa jaarmiyaalee fi caasaa dargaggootaa cimsuu mata duree "Dargaggummaa Badhaadhina Biyyaaf!"…
Oduu biyya keessaa Calaqqee Eenyummaa Sabaa fi Sablammootaa qopheessuuf waliigalteen gamsadee mallatteeffame Debela Tadesse Feb 26, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 19, 2017 (FMC)- Calaqqee Eenyummaa Saboota, Sablammootaa fi ummatootaa qopheessuuf waliigalteen gamsadee mallatteeffameera. Waliigaltichas Afyaa’ii Mana Maree…
Oduu biyya keessaa Paarkii Indaastirii Bulbulaatti tajaajilli giddugala tokkoo eegale Debela Tadesse Feb 26, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 19, 2017 (FMC)- Paarkii Indaastirii Qonna Qindaa'aa Bulbulaatti tajaajilli giddugala tokkoo eegalchiifameera. Tajaajilli giddugala tokkoo kunis, tajaajila…
Biiznasii Abbootiin qabeenyaa Kooriyaa Kibbaa filannoowwan Invastimantii Itiyoophiyaan qabdurratti akka… Sifen Megersa Feb 26, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 19, 2017 (FMC) – Fooramiin Invastimantii abbootii qabeenyaa 200 ol hirmaachise Kooriyaa Kibbaa Magaalaa See’uulitti gaggeeffameera. Fooramichi Kuufama Invastimantii…
Oduu biyya keessaa Hojiin beeksisaa qabeenya tuurizimii Itiyoophiyaa madaalu hojjetamuu qaba jedhame Tsehay Guluma Feb 26, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 19, 2017 (FMC) – Sadarkaa biyyaa fi idil-addunyaatti hojiin beeksisaa qabeenya tuurizimii Itiyoophiyaa madaalu hojjetamuu akka qabu Ministirri Ministeera Tuurizimii…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoo Sidaamaa Yaa’ii idilee gaggeessuu eegale Sifen Megersa Feb 26, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 19, 2017 (FMC) – Manni Maree Naannoo Sidaamaa Yaa’ii idilee 8ffaa bara hojii 4ffaa marsaa 6ffaa magaalaa Hawaasaatti gaggeessuu eegaleera. Pireezidaantiin…
Ispoortii Luusiwwan tapha deebii gulaallii Waancaa Afrikaan har’a gita isaanii Ugaandaa waliin taphatu Sifen Megersa Feb 26, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 19, 2017 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa har’a gita isaa Ugaandaa waliin tapha deebii ni taphata. Har’a waaree booda sa’aatii…