Abbaan Taayitichaa deeggarsa qorichoota walla’aansa Birrii kuma 800tti tilmaamamu raayyaa ittisa…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2014 (FBC)- Abbaan Taayitaa Nyaataa fi Qorichaa Ityoophiyaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa qorichoota walla’aansa Birrii kuma 800tti tilmaamamu taasiseera.…