Damee dippiloomaasiin haala kanaan duraarra tattaaffii guddaan ni hojjetama- Ambaasaaddar Reediwaan…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2014 (FBC) – Damee dippiloomaasiin hojiileen haala yeroo ilaalcha keessa galchan xiyeeffannoo itti kennamee kan hojjetaman ta’uu Ministir Deetaan Ministeera Dhimma…