Oduu biyya keessaa Waldaaleen Siiviikii garee ABUT qolachuuf qophii ta’uu ibsan Sifen Megersa Aug 12, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) - Waldaaleen Siiviikii Ityoophiyaa shira garee shororkeessaa ABUT qolachuuf ga’ee isaanirraa eeggamu ba’uuf qophii ta’uu ibsaniiru. Waldaaleen…
Oduu biyya keessaa Humna elektirikaa biyyoota ollaatti gurguramerraa Doolaarri Ameerikaa miiliyoonni 90 argame Sifen Megersa Aug 12, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) - Bara baajataa xumurametti Humna Elektirikaa biyyoota ollaatti gurguramerraa Doolaarri Ameerikaa miiliyoonni 90 ol argamuu Humni Elektirikii…
Oduu biyya keessaa Duulli birmadummaa milkiin hanga xumuramutti deeggarsi eegalame itti fufa – Mootummaa naannoo… Sifen Megersa Aug 12, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) - Duulli birmadummaa garee Shororkeessaa ABUT barbadeessuu eegalame milkiin hanga xumuramutti deeggarsi hunda galeessaa eegalame cimsanii kan itti…
Oduu biyya keessaa Midhaan deeggarsa namoomaa karaa naannoo Afaariin lammiilee deeggarsa barbaadaniif dhiyaachuuf… Sifen Megersa Aug 12, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) - Lammiilee sababa garee Shororkeessaa ABUTtiin qa’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqaniif midhaan deeggarsa namoomaa karaa naannoo Afaar…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Ityoophiyaatti waamamaa Fandii qonna idil addunyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Aug 12, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ityoophiyaatti waamamaa Fandii Qonna Idil Addunyaa Maawiiraa Chiitiimaan waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa 40 Sudaanii gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Aug 12, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa 40 Sudaanii gara biyyaa deebi’uu ibsameera. Faddaaltootaan gowwomsamuun karaa Sudaaniin gara biyyoota Baha Fagootti sanada…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Finfinnee naannoo Afaariitti haleellaa lammiilee nagaarra qaqqabe gaddi itti… Sifen Megersa Aug 12, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee naannoo Afaariitti haleellaa gareen ABUT lammiilee nagaa buufata tursaa keessa turanirra qaqqabsiiseef gaddi itti…
Oduu biyya keessaa Humni garee ABUT Waldiyaa to’achuuf dhufe barbadaa’aa jira –Raayyaa Ittisaa Sifen Megersa Aug 12, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) - Ajeja Lixaatti kutaan waraanaa 21ffaan humna garee ABUT Waldiyaa to’achuuf dhufe aanaa Gubbaa Laaftootti barbadeessaa jiraachuu Raayyaan Ittisaa Biyyaa…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni magaalaa Hayiqii rakkoo nageenya garee ABUT hawaasarraa ga’aa jiru ittisuuf qophii… Sifen Megersa Aug 12, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) - Jiraatoonni naannoo Amaaraa Godina Kibbaa Walloo magaalaa Hayiiqii rakkoo nageenya gareen ABUT hawaasa naanichaairraa ga’aa jiru ittisuuf qophii ta’uu…
Oduu biyya keessaa Aadde Mufariyaat Ambaasaaddara Ingiliz waliin mari’atan Sifen Megersa Aug 12, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) - Ministirri Ministeera Nageenyaa Aadde Mufariyaat Kamiil Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ingiliz Dooktar Alaastaayer Maakfiil waliin mari’ataniiru.…