Finfinneetti kan argamu Koolleejjiin Ogummaa fi Teeknikaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasise
Finfinnee, Muddee 7, 2014 (FBC)-Koolleejji Ogummaa fi Teeknikaa fi Biiroo Misoomaa Teeknooloojii Finfinnee jalatti kan argamu Koolleejjiin Ogummaa fi Teeknikaa deeggarsa meeshaalee Birrii…