Gareen Shororkeessaa ABUT naannolee lameenitti lafa qonnaa heektaara miiliyoona 1 ol misoomaan ala…
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Gareen Shororkeessaa ABUT naannolee Amaaraa fi Affaaritti lafa qonnaa heektaara miiliyoona 1fi kuma dhibba 5 ol misoomaan ala taasisuu Ministeerri Qonnaa…