Manni Maree Magaalaa Finfinnee baajata bara 2014 Birrii biiliyoona 70 fi miiliyoona 670 raggaasiise
Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Manni Maree Magaalaa Finfinnee Yaa 'ii idilee har'a gaggeesseen baajata bara 2014 Birrii biiliyoona 70 fi miiliyoona dhibba 6 fi miiliyoona 70 dhiyaate…