Ministeerichi dhaabbilee fayyaa miidhaan irra ga’e deebisanii dhaabuuf waamicha deeggarsaa dhiyeesse
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Ministeerri Fayyaa dhaabbilee fayyaa miidhaa cimaan irra ga’e deebisanii dhaabuu fi gara hojiitti galchuuf waamicha deeggarsaa dhiyeessuu ibsame.…