Oduu biyya keessaa Manni Maree magaalaa Finfinnee boru yaa’ii idilee ni gaggeessa Sifen Megersa Jul 16, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Manni Maree bulchiinsa magaalaa Finfinnee boru yaa’ii idilee ni gaggeessa jedhame. Manni marichaa guyyaa boruu yaa’ii idilee 3ffaa…
Fayyaa Ameerikaan talaallii Covid-19 Ityoophiyaaf deeggarsa taasisuufi Sifen Megersa Jul 16, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Ameerikaan talaallii Covid-19 doozii kuma dhibba 4 fi kuma 53 fi 600 Ityoophiyaaf deeggarsa taasisuuf ta’uu ibsameera. Mootummaan Ameerikaa…
Oduu biyya keessaa Waan ummata keenya gitu hojjechuu qabna – obbo Shimannlis Abdiisaa Sifen Megersa Jul 16, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Waan ummata keenya gitu hojjechuu qabna Jedhan Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimannlis Abdiisaan. Obbo Shimallis…
Oduu biyya keessaa Poolisiin Dirree Dawaa waamicha ergama olaantummaa seeraa kabachiisuuf deebii laatee Sifen Megersa Jul 16, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Poolisiin Dirree Dawaa waamicha ergama olaantummaa seeraa kabachiisuuf deebii laachuu ibsame. Poolisiin Dirree Dawaa ergama olaantummaa…
Oduu biyya keessaa Akkaadaamiin Saayinsii Ityoophiyaa giddugala Saayinsii daa’immanii eebbisiise Sifen Megersa Jul 16, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Akkaadaamiin Saayinsii Ityoophiyaa Giddugala Saayinsii daa’immanii eebbisiseera. Akkaadaamichi damee Saayinsii, Teeknooloojii fi…
Oduu biyya keessaa Haala qilleensaa hordofee hoomaan awwaannisaa iddoolee garaagaraatti muudachuu ibsame Sifen Megersa Jul 16, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Haala qilleensaa hordofee hoomaan awwaannisaa iddoolee garaagaraatti muul’achuu Ministeerri Qonnaa Beeksiise. Baha Naannoo Amaaraa, Godina…
Oduu biyya keessaa Deeggarsa namoomaa gara Tigraay galu sirnaan sakatta’uuf maashinoonni dabalataa dhaabbataa jiru Sifen Megersa Jul 16, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Deeggarsa namoomaa gara naannoo Tigraay galu sirnaan sakatta’uuf maashinoonni dabalataa dhaabbachaa jiraachuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa…
Fayyaa Dooktar Liyaan Ityoophiyaatti bakka buutuu giddugala Ittisaa fi to’annoo dhibee Ameerikaa waliin… Sifen Megersa Jul 16, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan Ityoophiyaatti bakka buutuu Giddugala Ittisaa fi to’annoo Dhibee Ameerikaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Waqtii gannaa kana aanaaleen Oromiyaa 64 balaa lolaaf saaxilamoo ta’u danda’u jedhame Sifen Megersa Jul 16, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Lammiilee balaa lolaaf saaxilamoo ta’an jedhamanii adda ba’an kuma dhibba 5 fi kuma 20 deeggaruuf baajanni Birriin biiliyoonni 3 ol ramadamuu…
Oduu biyya keessaa Abbootii qabeenyaa idil addunyaa waliin haala nageenyaarratti mari’atame Sifen Megersa Jul 16, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 9, 2013 (FBC) – Abbootii qabeenyaa idil addunyaa hojiilee Invastimantii garaagaraa irratti bobba’an waliin haala nageenyaarratti mariin taasifameera.…