Ispoortii Sarjoo Kuun Aguuweeroon tapha kubbaa miilaa dhaabuu beeksiise Sifen Megersa Dec 15, 2021 0 Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) –Taphataan sarara fuulduraa garee biyyaalessaa Arjentiinaa fi Maanchiester Siitii duraanii fi Baarseloonaa ammaa Sarjoo Kuun Aguuweeroon sababa…
Oduu biyya keessaa Hoggansi mootummaa naannoo Hararii haala yeroo biyyaalessaarratti marii gaggeessuu eegale Ayana Dheressa Dec 15, 2021 0 Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Hoggansi mootummaa naannoo Hararii haala yeroo biyyaalessaarratti marii gaggeessuu eegaleera. Preezdaantiin naannichaa obbo Oordiin Badriin balaa…
Oduu biyya keessaa Fedhiin Ameerikaan Ityoophiyaarra qoqqoobbii biroo kaa’uuf qabdu balaa hamaa ta’uu ibsame Sifen Megersa Dec 15, 2021 0 Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) - Fedhiin Ameerikaan Ityoophiyaarra qoqqoobbii biroo kaa’uuf qabdu balaa hamaa ta’uu Giddu galli Nageenyaa fi Haqaa Rookii Maawunteen ibseera.…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonnii fi hojjettoonni Waajjira Caffee Oromiyaa oomisha maatii duultota adda waraanaa walitti… Ayana Dheressa Dec 15, 2021 0 Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Hoggantoonnii fi hojjettoonni waajjira Caffee Oromiyaa Bulchiinsa Magaala Sabbataa waliin ta’uun oomisha maatii namoota adda waraanaatti duulanii walitti…
Oduu biyya keessaa Jilli Injinar Ayishaa Mahaammadiin durfamu godina Gujii Lixaa aanaa Abbaayaatti facaasaa jallisii… Sifen Megersa Dec 15, 2021 0 Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Jilli Ministira jallisii fi Misooma Gammoojjii Injiinar Ayishaa Mohammadiin durfamu hidha jallisii Gidaaboo daawwachuun hojii facaasaa jallisii…
Teeknooloojii Inistiitiyuutichi maashina qorannoon argate kan oomisha falaffaluuf oolu beeksise Ayana Dheressa Dec 15, 2021 0 Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Inistiitiyuutiin Baayooteekinooloojii Ityoophiyaa Abbaa Taayitaa Saayinsii fi Teeknooloojii Oromiyaa waliin ta’uun maashina qorannoon argate kan oomisha…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Bishaanii fi Inarjii fi Yuuniiseef naannolee hongee fi waraanaan miidhamanitti bishaan… Sifen Megersa Dec 15, 2021 0 Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Ministeerri Bishaanii fi Inarjii fi Yuuniiseef naannolee hongee fi waraanaan miidhamanitti dhiyeessa bishaanirratti waliin hojjechuuf waliigalaniiru.…
Biiznasii Baatiwwan shanan darban galiin Birrii biiliyoonni 147.3 walitti qabame Sifen Megersa Dec 15, 2021 0 Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Baatiwwan shanan darban galiin Birrii biiliyoonni dhibbi 1 fi biiliyoonni 47 fi miiliyoonni dhibbi 3 walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni olaanoon naannolee garaagaraa dhimmoota waqtaawaa biyyaalessaa fi naannorratti… Sifen Megersa Dec 15, 2021 0 Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Hoggantoonni olaanoon naannolee garaagaraa dhimmoota waqtaawaa biyyaalessaa fi naannorratti mari’achaa jiraachuu ibsameera. Hoggantoonni…
Biiznasii Magaalaa Finfinneetti gabaa guyyaa dilbataa eegale cimsuuf mariin gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Dec 15, 2021 0 Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti gabaa dhaabbilee hojii gamtaan guyyaa dilbataa eegale cimee itti fufsiisuuf waltajjiin sosochii fi walitti hidhamiinsa gabaa…