Gabaa Dilbataatin bittaan oomishaalee qonnaa fi indaastirii Birrii miiliyoona 48 ol raawwate
Finfinnee, Muddee 3, 2014 (FBC) – Gabaa Dilbataatin bittaan oomishaalee qonnaa fi indaastirii Birrii miiliyoona 48 ol raawwachuu Ejansiin Hojii Gamtaa magaalaa Finfinnee beeksiseera.…