Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa wixinee labsii gurmaa’iinsaa dhiyaate raggaasise
Finfinnee, Fulbaana 26, 2014 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa wixinee labsii aangoo qaamolee hojii raawwachiiftuu mootummaa Federaalaa fi hojmaata murteessuuf ba'e raggaasiseera.…