Naannoo Kibbaa aanaa addaa Aleetti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 8 darbe
Finfinnee, Fulbaana 25,2014 (FBC)- Naannoo Ummattoota Kibbaa aanaa addaa Aleetti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 8 darbuu ibsameera.
Namoota 14 irra ammoo miidhaa qaamaa…