Preezdaant Saahilawarq lammiilee buqqa’aniif deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen lammiilee qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’aniif akaakuun Birrii kuma dhibba 6 fi kuma 5tti tilmaamamu gama…