Oduu biyya keessaa Ministirri dhimma Alaa Naayijeeriyaa Finfinnee galan Sifen Megersa Oct 2, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2014 (FBC) - Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Naayijeeriyaa Jeefireey Ooniiyyemmaan hundeeffama mootummaa haaraa Ityoophiyaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi Mootuummaa naannoo Amaaraa ergaa baga geessanii Ayyaana Irreechaa dabarse Sifen Megersa Oct 2, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2014 (FBC) - Bulchiinsi mootuummaa naannoo Amaaraa ergaa baga geessanii Ayyaana Irreechaa bara 2014 dabarseera. Ayyaana jaajalala, obbola'ummaa, tokkummaa,…
Oduu biyya keessaa Hawaasni talaallii Vaayrasii Koroonaa akka fudhatuuf waamichi darbe Sifen Megersa Oct 2, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2014 (FBC) – Hawaasni talaallii Vaayrasii Koroonaa fudhatee Ofii isaa fi maatii isaa du’arraa akka baraaruuf waamichi taasifame. Tatamsa’inni vaayrasii kanaa…
Oduu biyya keessaa Manni Maree naannoo Kibbaa muudama kaabinoota 30 raggaasiise Sifen Megersa Oct 2, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2014 (FBC) – Manni Maree naannoo Ummattoota Kibbaa Yaa’ii hundeeffamaa mootummaa haaraa gaggeessaa jiruun muudama Kaabinoota naannichaa raggaasiiseera.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Yiliqaal lammiilee qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’an daawwatan Sifen Megersa Oct 2, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2014 (FBC) – Preezdaantii Naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffaalaan lammiilee qa’ee fi qabeeny isaanirraa buqqa’uun magaalaa Bahaar Daar qabubatanii…
Oduu biyya keessaa Miseensonni namuusa poolisiin ala nama dhuunfaa reebaan to’ataman Sifen Megersa Oct 2, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2014 (FBC) - Miseensonni namuusa poolisiin ala nama dhuunfaa reebaan to'atamuun qorannoo irratti gaggeeffamaa jiraachuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Irreechi Hora Finfinnee bara 2014 bifa hoo’ina qabuun kabajameera – Aadde Adaanach… Sifen Megersa Oct 2, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2014 (FBC) - Irreechi Hora Finfinnee bara 2014 isaan kana dura qabajamaa turan caalaa haala hoo'iina qabuun kabajamuu bulchiinsi magaalaa Finfinnee beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Obbo Shimallis hirmaattoota kabaja ayyaana Irreechaa galateeffatan Sifen Megersa Oct 2, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2014 (FBC) - Preezdaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisan hirmaattoota kabaja ayyaana Irreechaa galateeffataniiru. Obbo Shimallis Ayyaanni Irreechaa Hora…
Oduu biyya keessaa Obbo Nigaatuu Daansaa itti aanaa Af Yaa’ii Manni Maree Naannoo Kibbaa ta’uun… Sifen Megersa Oct 2, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2014 (FBC) - Manni Maree Naannoo ummattoota Kibbaa Yaa'ii jalqabaa waggaa 1ffaa marsaa 6ffaa gaggeessaa jiruun Obbo Nigaatuu Daansaa itti aanaa Af Yaa'ii mana Maree…
Oduu biyya keessaa Aadde Faaxee Sarmoolloo Af Yaa’ii Mana Maree Naannoo Kibbaa ta’uun filatamaniiru Sifen Megersa Oct 2, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2014 (FBC) - Manni Maree Naannoo ummattoota Kibbaa Yaa'ii jalqabaa waggaa 1ffaa marsaa 6ffaa gaggeessaa jiruun Aadde Faaxee Sarmoolloo Af Yaa'ii mana Maree naannichaa…