Atileet Fireewaynii Hayiluu fi Lamlam Hayiluu guulalii meetiraa 1,500 dorgoomameen xumuraaf darban
Finfinnee, Adooleessa 26,2013 (FBC)- Oloompikii Tookiyoon har'a gara barii figiichaa guulalii meetiraa 1,500 dorgoomameen Atileet Fireewaynii Hayiluu fi Lamlam Hayiluu xumuraaf darbaniiru.…