Fayyaa Laabraatooriin ammayyaa lama eebbifaman Sifen Megersa Sep 28, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC) – Hospitaala Qidduus Phaawuloos Koolleejjii Meedikaalaa Barkumeetti Laabraatooriin ammayyaa lama eebbifamaniiru. Inistiityuutii Fayyaa Hawaasaa…
Oduu biyya keessaa Fooyya’iinsi diinagdee biyya keessaa Ityoophiyaan eegalte gara Badhaadhinaatti kan… Sifen Megersa Sep 28, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC) – Fooyya'iinsi diinagdee biyya keessaa Ityoophiyaan eegalte gara Badhaadhinaatti kan fudhatu ta'uun Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa Zaahoo…
Idil Addunyaa Joo Baayiden dhalataa Kaameeruun CDC Afrikaa hogganaa turaniif muudama kennan Sifen Megersa Sep 28, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Joo Baayiden Dooktar Joon Nikengasongi sagantaa fayyaa baajata guddaa qabu dhibee HIV ittisuuf hundaa’e Pepfar jedhamu akka…
Oduu biyya keessaa Faawundeeshiniin Dooktara Kabajaa Artiist Lammaa Guyyaa hundaa’e Sifen Megersa Sep 28, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC) – Gumaacha Ogummaa isaanii dhaloota dhufuuf dabsrsuuf Faawundeeshiniin Dooktara Kabajaa Artiist Lammaa Guyyaa hundaa'eera. Sirna hundeeffamichaarraatti…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa boru mootummaa haaraa ni hundeessa Sifen Megersa Sep 28, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC) –Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa gaaffii bu'uuraalee misoomaa ummataa fi bulchiinsa gaarii haal deebisuu danda'uun boru caasaa mootummaa haaraa kan…
Oduu biyya keessaa Paartii Badhaadhinaa ala miseensoa paartilee siyaasaa biroo 2f muudamni laatame Sifen Megersa Sep 28, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC) –Manni Maree magaalaa Finfinnee Paartii Badhaadhinaa ala miseensota paartii siyaasaa biroo 2f muudama laateera. Obbo Girmaa Seefuu Hogganaa Komishinii…
Oduu biyya keessaa Manni Maree magaalaa Finfinnee Muudama Kaabinee magaalichaa mirkaneesse Sifen Megersa Sep 28, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC) – Yaa’iin jalqabaa waggaa 1ffaa Mana Maree magaalaa Finfinnee muudama Kaabinee Magaalichaa raggaasiiseera. 1. Dooktar Qana’aa Yaadataa hogganaa Biiroo…
Uncategorized Obbo Zhaanxiraar Abbay Itti aanaa Kaantibaa magaalaa Finfinnee ta’uun muudaman Sifen Megersa Sep 28, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC) – Yaa’iin jalqabaa waggaa 1ffaa Mana Maree magaalaa obbo Zhaanxiraar Abbay Itti aanaa Kaantiba Magaalichaa taasiisuun filateera. Haaluma…
Oduu biyya keessaa Filannoo nagaa qabeessa gaggeessuuf qophiin xumurameera- Mootummaa Naannoo Hararii Sifen Megersa Sep 28, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC)- Bulchiinsi Mootummaa naannoo Hararii filannoo nagaa qabeessa gaggeessuuf qophii xumuruu beeksiseera. Naannichatti filannoo nagaa…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen deeggartootaa Idil addunyaa deeggarsa dhiyeessuuf sababa fudhatama hin qabne dhiyeessu… Sifen Megersa Sep 28, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC)- Dhaabbileen deeggartootaa Idil addunyaa tokko tokko deeggarsa namoomaa dhiyeessuuf sababa fudhatama hin qabne kan dhiyeessan ta’uu…