Oduu biyya keessaa Xaanaanesh 2 gara Hara Xaanaatti seenuuf qophii taate Sifen Megersa Aug 5, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2017 (FMC) – Bu’aa bahii hedduu darbuun Magaalaa Bahir Daar kan geesse Xaanaanesh 2 gara Hara Xaanaatti seenuuf qophii taateerti. Imala lafaarraa ishee jaalalaa…
Idil Addunyaa Chaayinaan namoonni kumni 7 vaayirasii kana dura hin beekamneen qabamuu beeksiste Sifen Megersa Aug 5, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2017 (FMC ) - Chaayinaa keessatti vaayirasiin busaan walqabatee dhufu namoota kuma 7 irratti argame jedhan aangawoonni biyyattii. Bookeen busaa yeroo nama hidditu…
Idil Addunyaa Sirni Daldalaa Biyyoota Karra Galaanaa hin qabne daangeessu Fooyya’uu qaba- Antooniyoo Gutareez Tsehay Guluma Aug 5, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2017 (FMC )- Barreessaa Olaanaan Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez Sirni Daldalaa addunyaa hirmaannaa biyyoota karra Galaanaa hin qabne daangessu…
Fayyaa Oromiyaatti daa’imman miiliyoona 7.5 ol fayyadamtoota sagantaa ijoollummaa duraa taasisuuf… Sifen Megersa Aug 5, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti bara baajataa 2018 daa’imman miiliyoona 7.5 ol fayyadamtoota sagantaa ijoollummaa duraa taasisuuf hojjetamaa jira. Sagantaan…
Oduu biyya keessaa Amantaaleen waloon ta’uun nageenya biyyaa cichoomsuuf hojiilee bal’aa hojjetan Sifen Megersa Aug 5, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2017 (FMC) – Amantaaleen waloon ta’uun walummaa cimsuun nageenya biyyaa cichoomsuuf hojiilee bal’aa hojjetan jedhe Ministeerri Nageenyaa. Yaa’ii 4ffaan Nageenya…
Biiznasii Daandiin Qilleensichaa galii Doolara biiliyoona 7.6 argate Tsehay Guluma Aug 5, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2017 (FMC )- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa bara baajataa xumurame galii Doolara biiliyoona 7 fi miiliyoona 600 argachuu ibse. Hojii Raawwachiisaa Olaanaan…
Teeknooloojii Abbaan Taayitichaa seektara konistiraakshinii ammayyeessuuf Moosaajii haaraa hojii eegalchiise Ayana Dheressa Aug 5, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 29, 2017(FMC)- Abbaan Taayitaa Konistiraakshinii Oromiyaa seektara konistiraakshinii ammayyeessuufi saffisiisuuf Moosaajii haaraa “Furtuu” hojii eegalchiise.…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi lammiilee bidiruun liqimfamuun lubbuu isaanii dhabaniif gadda itti dhagahame ibse Yonatan Birhanu Aug 4, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2017 (FMC) - Ministeerri Dhimma Alaa lammiilee Itiyoophiyaa Yaman keessatti bidiruun liqimfamuun lubbuun darbaniif gadda guddaa itti dhaga’ame ibseera.…
Oduu biyya keessaa Galmi Tajaajilli Oduu Itoophiyaa qabate kan jajamuu dha – Obbo Tamasgeen Xurunaa Yonatan Birhanu Aug 4, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2017 (FMC) - Tajaajilli Oduu Itoophiyaa Itiyoophiyaa fi Afrikaa addunyaatti beeksisuuf galmi qabate kan jajamuu dha jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaan FDRI…
Oduu biyya keessaa Ruuban Diyaaz waliigaltee Maanchistar Siitii waliin qabu dheeressuuf waliigale Yonatan Birhanu Aug 4, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 28, 2017 (FMC) - Lammiin Poortugaal taphataan sarara ittisaa Ruuban Diyaaz Maanchistar Siitii waliin waliigaltee waggaa dheeraa isa tursiisu mallatteessuuf walii gale.…