Jilli Dooktar Tolaa Bariisoon durfamuu godina Harargee bahaatti proojektiiwwan garagaraa daawwate
Finfinnee, Eebila 12, 2013 (FBC)- Jilli Hoogganaan Biiroo Barnoota Oromiyaa Dooktar Tolaa Bariisoon durfamuu godina Harargee bahaatti proojektiiwwan barnootaa garagaraa daawwateera.…