Aadde Adaanach guyyaa Gaarummaa sababeeffachuun jiraattoota kuma 1 oliif kennaa ayyaanaa laatan
Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee guyyaa Gaarummaa sababeeffachuun jiraattoota kuma 1 oliif kennaa ayyaanaa laataniiru.…