Oduu biyya keessaa Godina Qellem Wallagaatti milishoonni 756 eebbifaman Obse Wakgari Apr 17, 2021 0 Finfinnee, Eebila 9, 2013 (FBC)- Godina Qellem Wallaggaatti milishoonni 756 eebbifamaniiru. Rakkoolee nageenyaa fi alseerummaa godinicha keessatti mul'atu maqsuuf milishoota 1917…
Oduu biyya keessaa Waldhabdeewwan mariin akka hiikamaniif hojiileen eegalaman milkaa’ina argamsiisaa jiru – aadde… Obse Wakgari Apr 17, 2021 0 Finfinnee, Eebila 9, 2013 (FBC) –Dhimmoota gara garaa irratti waldhabdeewwan uumaaman karaa ammayyummaan mariin akka hiikamaniif hojiileen eegalaman milkaa’ina argamsiisaa kan jiran ta’uu…
Oduu biyya keessaa kitaabileen Afaan Oromootiin barreeffaman lama guyyaa har’aa Giddu Gala Aadaa Oromootti… Obse Wakgari Apr 17, 2021 0 Finfinnee, Eebila 9, 2013 (FBC) –Kitaabni mata duree Bu'uura barreeffama Afaan Oromoo jedhu kan Askaalee Tarfaatiin barreeffamee fi kitaabni Mata duree Iccitii Milkaa'ina barataa cimaa jedhu…
Oduu biyya keessaa Weellisaan Yoonaataan Daammanee xumura dorgommii dorgaa dorgee Faanaa Laamiroot boqonnaa 6ffaa… Obse Wakgari Apr 17, 2021 0 Finfinnee, Eebila 9, 2013 (FBC) – Dorggoommi dorgaa dorgee Faanaa Laamiroot boqonnaa 6ffaa har’a gaggeeffameen injifattootaaf badhaasni Birrii kumni 500 laatameera. Dorgommiicharratti…
Oduu biyya keessaa Sirna daldalaa fi galii walitti qabuu keessatti rakkoowwan walxaxaa furuuf hojjetamaa jira –Aadde… Obse Wakgari Apr 17, 2021 0 Finfinnee, Eebila 9, 2013 (FBC) – Sirna daldalaa fi galii walitti qabuu keessatti rakkoowwan walxaxaa furuufi sirna lammiilee hunda fayyadamaa taasisuu uumuuf hojjetamaa jiraachuu itti…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad agarsiisa Artifishaal Intalejansii daawwatan Obse Wakgari Apr 17, 2021 0 Finfinnee, Eebila 9, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad agarsiisaa fi qorannoo agarsiisa giddugallii Artifishaal Intalejansii qopheessee daawwataniiru. Agarsiisichi…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonnii fi hojjeettoonni mootummaa kumni 600 ol qabeenya isaanii galmeessisaniiru-Komishinicha Obse Wakgari Apr 17, 2021 0 Finfinnee, Eebila 9, 2013 (FBC) – Komishiniin Namuusaa fi Farraa Malaamaltummaa Federaalaa hoggantoonnii fi hojjeettoonni kumni 600 ol qabeenya isaanii galmeessisuu beeksise. Itti aanaan…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Aadaa fi Tuuriizimii gabaasa raawwii karoora baatiiwwan 9 dhiyeessaa jira Obse Wakgari Apr 17, 2021 0 Finfinnee, Eebila 9, 2013 (FBC) – Ministeerri Aadaa fi Tuuriizimii gabaasa raawwii karoora bara baajata 2013 kan baatiiwwan 9 magaalaa Harariitti dhiyeessaa jira. Ministirri Ministeera…
Fayyaa Daandiin qilleensichaa talaallii vaayrasii koroonaa gara Biraaziilitti imalchiise Obse Wakgari Apr 17, 2021 0 Finfinnee, Eebila 9, 2013 (FBC) –Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa talaallii vaayrasii koroonaa miiliyoona 3.5 Shaangaay gara Biraaziil Saa’oo Paalootti imalchiiseera. Hojii raawwachiisaa…
Idil Addunyaa Raashiyaan dippiloomaatoonni Ameerikaa 10 Mooskoo akka ba’an ajeejje Sifen Megersa Apr 17, 2021 0 Finfinnee, Eebila 9, 2013 (FBC) - Raashiyaan dippiloomaatoonni Ameerikaa 10 Mooskoo akka ba'an ajeejuu ishee ibsame. Dippiloomaatoota 10 Mooskoo akka ba'an ajeejamaniin ala aanga'oonni…