Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Keeniyaa Umrii waggaa 23 gadii magaalaa Bahaar Daar ga’e
Finfinnee, Adooleessa 7, 2013 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Keeniyaa Umrii waggaa 23 gadii dorgommii ‘Sekaafaa’ irratti hirmaatu wayita magaalaa Bahaar Daar ga’u…