Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Oromiyaa Yaa’ii Idilee gaggeessaa jira
Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC) – Manni Maree waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Nannoo Oromiyaa Yaa’ii Idilee 3ffaa magaalaa Finfinneetti gaggeessaa jira.
Preezdaantiin mana maree…