Qamadiin, Zayinni, Sukkaarrii fi Ruuziin qaraxaa fi taaksiirra bilisa akka ta’an murtaa’e
Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC)-Dhiibbaa qaala’insi jireenya hawaasaarra gahaa hir’isuuf Qamadiin, Zayinni, Sukkaarrii fi Ruuziin qaraxaa fi taaksiirra bilisa akka ta’an murtaa’eera.…