Ambaasaaddar Nabiil Ajejaa Olaanaa Raayyaa Ittisaa Sudaan Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 20, 2013 (FBC) – Sudaan Kibbaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Nabiil Maahiddiin Ajejaa Olaanaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Sudaan Kibbaa Jeneraal Saantiinoo Dangi Wal waliin…