Sagaleewwan hammeenyaa adda nu qooduuf dhufan ni injifanna – Aadde Adaanech Abeebee
Finfinnee, Onkololeessa 16, 2014 (FBC) – Sagaleewwan hammeenyaa adda nu qooduuf dhufan waloon ta'uun ni injifanna jedhan kaantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen.…