Poolisiin Federaalaa hojiiwwan isaa ammayyeessuuf mootummaa Ingiliiz waliin walii gale
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2014 (FBC)- Itti aanaa Komishinara Poolisii Fedeeralaa Jeneraal Nabiyyuu Daanyee hoggantoota hojii mootummaa Ingiliiz waliin haala waliin hojjechuun…