Galmi Abbaa Muudaa Tuulamaa Bulchiinsa Magaalaa Bishooftuutti eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 19, 2013 (FBC) - Galmi Abbaa Muudaa Tuulamaa bakka Hoggantoonni, Abbootiin Gadaa, keessummoonnii fi Jirattoonni argamanitti bulchiinsa Magaalaa Bishooftuu Ganda Haadhootti…