Idil Addunyaa Somaaliyaan talaallii vaayrasii koroonaa kuma 200 fudhatte Obse Wakgari Apr 12, 2021 0 Finfinneee, Eebila 4, 2013 (FBC)-Somaaliyaan talaallii vaayrasii koroonaa kuma 200 Chaayinaarraa fudhatteetti. Siinoofaarm kan jedhaamu talaalliichi Ministirri Ministeera Fayyaa…
Idil Addunyaa Taanzaniyaa fi Ugaandaan Ujummoo Boba’aa waloon diriirsuuf walii galan Sifen Megersa Apr 12, 2021 0 Finfinnee, Eebila 4, 2013 (FBC) - Taanzaniyaa fi Ugaandaan Ujummoo Boba’aa hin calalamnee Kiiloo Meetiraa kuma 1 fi 442 dheeratu waloon diriirsuuf waliigaltee mallatteessaniiru.…
Oduu biyya keessaa Soomni Ramadaanaa waggaa 1442ffaan boru ni eegala Sifen Megersa Apr 12, 2021 0 Finfinnee, Eebila 4, 2013 (FBC) - Soomni Ramadaanaa waggaa 1442ffaan boru kan eegalu ta’uu Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Waliigalaa Ityoophiyaa ibse. Baatiin Ramadaanaa baatii…
Oduu biyya keessaa Indaastiriin Feebeellaa zayita liitira miiliyoona 12.2 oomishee gabaaf dhiyeesse Obse Wakgari Apr 12, 2021 0 Finfinneee, Eebila 4, 2013 (FBC)- Indaastiriin Feebeellaa zayita liitira miiliyoona 12.2 oomishee gabaaf dhiyeessuu abbaan Indaastiriin Feebeellaa fi walitti qabaan boordii Biikeejii obbo…
Vaayrasiikoroonaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,741 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Apr 11, 2021 0 Finfinnee, Eebila 3, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,741 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 28 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Biiznasii Boba’aan hammaan hedduu ta’e Jibuutii gara Ityoophiyaa seenaa jira – Ministeera… Sifen Megersa Apr 11, 2021 0 Finfinnee, Eebila 3, 2013 (FBC) -- Boba'aan hammaan hedduu ta'e Jibuutii gara Ityoophiyaa seenaa jiraachuu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksiise. Boba'aan liitirri miiliyoonni 2.5…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa godinaalee fi aanaalee naannoo Oromiyaa fi Amaaraa waldaangessanii… Sifen Megersa Apr 11, 2021 0 Finfinnee, Eebila 3, 2013 (FBC) -- Hoggantoota Paartii Badhaadhinaa godinaalee fi aanaalee naannoo Oromiyaa fi Amaaraa waldaangessan gidduutti mariin waloo taasiifame. Rakkoo nageenyaa…
Ispoortii Dorgommiin liigii kilaboota kubbaa miilaa Oromiyaa olaantummaa kilaba kubbaa miilaa Magaalaa… Sifen Megersa Apr 11, 2021 0 Finfinnee, Eebila 3, 2013 (FBC) -- Shaampiyoonaan moo'a moo'attootaa liigii kilaboota kubbaa miilaa Oromiyaa guyyoota 15f gaggeeffaammaa ture olaantummaa kilaba kubbaa miilaa Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Maqaa dhaabbataatin carraan isiin qaqqabeera jechuun hojiin waliin dhahuu hojjetamaa jiraachuu… Obse Wakgari Apr 11, 2021 0 Finfinnee, Eebila 3, 2013 (FBC)- Maqaa dhaabbata Kookaa Kollaatin carraan badhaafamuu isiin qaqqabeera jedhuun hojiin waliin dhahuu hojjetamaa jiraachuu komishiniin poolisii federaalaa…
Oduu biyya keessaa Dohaatti waldaan gamtaa diyaaspooraa Ityoophiyaa hundaa’e Obse Wakgari Apr 11, 2021 0 Finfinnee, Eebila 3, 2013 (FBC)-Dohaatti waldaan gamtaa diyaaspooraa Ityoophiyaa hundaa’u Dohaatti Imbaasiin Ityoophiyaa beeksise. Gamtaan waldichaa dhaabbata waldaa bakka bu’aa…