Oduu biyya keessaa Yaa’iin Hundeeffama Abbootii Alangaa Oromiyaa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jun 5, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2013 (FBC) – Yaa’iin Hundeeffama Abbootii Alangaa Oromiyaa magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira. Hundeeffamuun yaa'ichaa abbootiin Alangaa Naannoo…
Fayyaa Naannoo Tigraayitti tajaajila yaala fayyaa cimsuuf hojjetamaa jira jedhame Sifen Megersa Jun 5, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2013 (FBC) – Naannoo Tigraayiitti tajaajila Fayyaa cimsuuf ogeeyyii fayyaa gara hojiitti deebisaa jiraachuu Biiroon Eeggumsa Fayyaa naannichaa beeksiiseera.…
Oduu biyya keessaa Naannichatti proojektoonni bishaan dhugaatii hawaasa horsiisee bulaa tajaajilan 50n hojii eegalan Sifen Megersa Jun 5, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2013 (FBC) -Naannoo Oromiyaatti bara proojektoonni bishaan dhugaatii hawaasa horsiisee bulaa tajaajilan 50n hojii eegaluu Komishiniin Qindeessa Misooma Naannoo…
Idil Addunyaa Fuulli Feesbuukii Doonaald Tiraamp uggurame Sifen Megersa Jun 4, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC) - Fuulli Feesbuukii fi Inistaagraamiin Preezdaantii Ameerikaa duraanii Doonaald Tiraamp waggoota lamaaf ugguramuu ibsame. Dhaabbanni Feesbuukii…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa 311 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyya deebi’an Sifen Megersa Jun 4, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 311 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyya deebi’aniiru. Deebitoonni kunneen wayita buufata Xiyyaaraa idil…
Waajabila Faanaa Shakkamaan waraqaa eenyummaa fi sanada sobaan Birrii Kuma dhibba 5 matta’aa fudhata to’atame Sifen Megersa Jun 4, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC) – Namni dhuunfaan maqaa, waraqaa eenyummaa, teessoo fi sanadoota garaagaraa fayyadamuun yakka waliin dhauu raawwataa ture to’atamuu Komishiniin Poolisii…
Oduu biyya keessaa Ijaarsa Proojektii Bishaan Dhugaatii qulqulluu magaalaa Dagahaaburiif dhagaan bu’uuraa kaa’me Sifen Megersa Jun 4, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC) – Birrii miiliyoona dhibba 8n kan ijaarramu Proojektii Bishaan Dhugaatii qulqulluu magaalaa Dagahaaburiif dhagaan bu’uuraa kaa’meera. Sirni dhagaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti intarpiraayizoota 315f beekkamtiin laatamaa jira Obse Wakgari Jun 4, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinneetti Intarpiraayizoota 315f beekkamtiin laatamaa jira. Sirnicharratti itti aantuu kantiiba magaalaa Finfinnee aadde Adaanach…
Biiznasii Ityoophiyaa fi Baankiin addunyaa waliigaltee liqaa Doolaara miiliyoona 250 mallatteessan Sifen Megersa Jun 4, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa fi Baankiin addunyaa waliigaltee liqaa Doolaara miiliyoona dhibba 2fi miiliyoona 50 mallatteessaniiru. Maallaqichi…
Oduu biyya keessaa Kilinikiin Waldaa tola oltootaa Maqedooniyaa eebbifame Obse Wakgari Jun 4, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC)- Kilinikiin Waldaa tola oltootaa Maqedooniyaa eebbifameera. Kilinikichi baasii Birrii miiliyoona 1.5 kan ijaarramee yoo ta’uu, meeshaaleen hundaa…