Ispoortii Maanchisteer Siitiin Arseenaaliin 5 fi 0 injifate Obse Wakgari Aug 28, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Taphaa Priimayer Liigii Ingiiliiz guyyaa har’aa gaggeeffameen Maanchisteer Siitiin Arseenaaliin 5 fi 0 injifateera. Taphattoota garee Maanchisteer…
Oduu biyya keessaa Dr Abiy Atleet Tigist Gazzahaany dorggommi dubartoota meetira 1500 injifachuun meedaliyaa warqee… Obse Wakgari Aug 28, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Atleet Tigist Gazzahaany dorggommi dubartoota meetira 1500 injifachuun meedaliyaa warqee argamsisteef erga baga…
Oduu biyya keessaa Juuntaan ummanni naannoo Tigraay deeggarsa akka hin argannee taasisuun diinummaa isaa mirkaneesse Obse Wakgari Aug 28, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Juuntaan ummanni naannoo Tigraay deeggarsa akka hin argannee taasisuun diinummaa uummataa naannichaaf qabu ragaan mirkaneessuu dhalattoonni naannoo Tigraay…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti dhaabbilee daldalaa 1 fi 886 daballii gatii hin mallee taasisaan irratti tarkaanfii… Obse Wakgari Aug 28, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Magaalaa Finfinneetti dhaabbilee Daldalaa kuma 1 fi 886 daballii gatii taasisaan irratti tarkaanfiin fudhatamu Biiroon Daldalaa Magaalaa Finfinnee beeksise.…
Waajabila Faanaa Barattuun Yuunvarsiitii Odaa Bultum Qabxii Olaanaan eebbifamte Badhaasa isheef qophaa’e… Obse Wakgari Aug 28, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Barattuun Yuunvarsiitii Odaa Bultum Qabxii Olaanaan eebbifamte Badhaasa isheef qophaa’e Hospitaalatti fudhatteetti. Barattuun kun guyyuma har’a ilma…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoo Affaar Yaa’ii idilee 11ffaa bara hojii 5ffaa Wiixata dhufu ni gaggeessa jedhame Obse Wakgari Aug 28, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Manni Maree Naannoo Affaar Yaa’ii idilee 11ffaa bara hojii 5ffaa Wiixata dhufu akka jalqabuu beeksise. Af-yaa’iin Naannichaa aadde Amiina Seekoo, yaa’iin…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonnii fi hojjettoonni Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumama Oromiyaa naannoo Hara Dandiitti… Obse Wakgari Aug 28, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Hoggantoonnii fi hojjettoonni Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumama Oromiyaa jiraattoota Godina Shawaa Lixaa aanaa Dandii waliin ta’uun nannawaa harichaatti…
Oduu biyya keessaa Godina Beench Shakkootti hiriirri garee shororkeessaa ABUT mormuu gaggeeffame Obse Wakgari Aug 28, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Godina Beench Shakkootti hiriirri garee shororkeessaa ABUT mormuu fi raayyaa ittisa biyyaa deeggaru gaggeeffameera. Gareen shororkeessaa ABUT…
Oduu biyya keessaa Koolleejjiin Seenaaboor kaampaasii Shaashamannee barattoota kuma 1 fi 64 barsiisaa ture eebbisiise Obse Wakgari Aug 28, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Koolleejjiin Seenaaboor kaampaasii Shaashamannee barattoota kuma 1 fi 64 barsiisaa ture eebbisiiseera. Barattoonini kan eebbifaman sagantaa BLTO …
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Odaa Bultuum barattoota kuma 1 fi 354 barsiisaa ture eebbisiise Obse Wakgari Aug 28, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2013(FBC)- Yuunvarsiitiin Odaa Bultuum barattoota kuma 1 fi 354 marsaa sadaffaaf barsiisaa ture eebbisiiseera. Sirna eebbichaarrattis Itti Aantuun…