FBC’n mana harka qalleeyyii baatii tokko dura haaromsaa ture xumuruun dabarse
Finfinnee, Hagayya 19, 2013 (FBC)- Faanaa Broodkaastiing Koorporeet magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Lidataatti mana harka qalleeyyii baatii tokko dura haaromsaa ture xumuruun laateera.…