Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Alaa Aljeeriyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Oct 14, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014 (FBC) –Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Dhimma Alaa Aljeeriyaa Raamtaanee Laamaamraa…
Oduu biyya keessaa Jilli MM Abiy Ahimadiin durfamu aanaa Ada’aatti oomisha Avookaadoo daawwate Sifen Megersa Oct 14, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014 (FBC) - Jilli Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiin durfamu godina Shawaa Bahaa aanaa Ada’aatti oomisha Avookaadoo daawwateera. Oomishni Avookaadoo…
Oduu biyya keessaa Namni dhuunfa maallaqa biyya alaa kuma 7 ol karaa seeraan alaa qabattee socho’aa turte to’annaa… Obse Wakgari Oct 14, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014 (FBC)- Namni dhuunfa maallaqa biyya alaa kuma 7 ol karaa seeraan alaa qabattee socho’aa turte to’annaa jala ooluu poolisiin magaalaa Finfinnee beeksise.…
Oduu biyya keessaa Humnoonni shororkeessaa Shanee fi shiftootaa tarkaanfii fudhataniin lubbuu namaa fi qabeenyarratti… Obse Wakgari Oct 14, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014 (FBC) –Godina Wallagga Bahaa Aanaa Kiramuu magaalaa Harootti humni shororkeessaa Shaneefi shiftaa naannichatti socho'an Fulbaana 30/2014 namoota nagaarratti…
Oduu biyya keessaa Aanaa Dugdaatti namoonni waldaan gurmaa’uun Paappayyaa lafa hektaara 10 irratti oomishaa jiran… Obse Wakgari Oct 14, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Bahaa Aanaa Dugdaatti namoonni waldaan gurmaa'uun Paappayyaa lafa hektaara 10 irratti oomishaa jiran torbanitti galii Birrii kuma 600…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan walga’ii Ministirootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaa dhugaa ishee itti ibsuuf itti fayyadamti-… Obse Wakgari Oct 14, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan Walga’ii Mana Maree hojii raawwachiiftuu Ministirootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaa dhugaa ishee itti ibsuuf kan itti fayyadamtu ta’uu dubbi…
Idil Addunyaa Taayiwaanitti balaa ibiddaa gamoo tokkorratti qaqqabbeen lubbuun namoota 46 darbe Obse Wakgari Oct 14, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014 (FBC) – Kibba Taayiwaanitti gamoo darbii 13 qabu keessatti ibidda ka’een yoo xiqqaate namoonni 46 du’uun, hedduun madaa’uu isaanii anga’oonni biyyatti himan.…
Oduu biyya keessaa Afrikaan dandeetti gama saayinsii hawaan qabdu xiyyeeffannaan itti fayyadamuu akka qabdu ibsame Obse Wakgari Oct 14, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014 (FBC) – Afrikaan dandeetti gama saayinsii hawaan qabdu itti fayyadamuuf xiyyeeffannaan hojjechuu akka qabdu Komishinarri Komishinii Barnootaa, Saayinsii fi…
Oduu biyya keessaa Hojiileen Misooma Qonnaa Naannoo Oromiyaatti hojjetamaa jiru kaka’umsa olaanaa nutti uume… Sifen Megersa Oct 14, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014(FBC) - Hojiileen Misooma Qonnaa Naannoo Oromiyaatti hojjetamaa jiru kaka'umsa olaanaa nutti uume jedhan Preezdaantoonni Naannolee daawwannaa oomisha…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Dambi Doolloo barattoota harka qalleeyyiif deeggarsa taasise Obse Wakgari Oct 14, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Dambi Doolloo barattoota harka qalleeyyii aanaalee godina Qellem Wallaggaaf deeggarsa meeshaalee barnootaa taasisuu ibsameera.…