Oduu biyya keessaa Naannoo Harariitti bu’aan filannoo Yeroo ifoome Obse Wakgari Oct 1, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC)- Bulchiinsa mootummaa Naannoo Harariitti bu’aan filannoo Yeroo ifoomuu ibsameera. Naannichatti bu’aan filannoo biyyaalessaa marsaa…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Naannoo Uummattoota kibbaa haaraan guyyaa boruu hundeeffama Obse Wakgari Oct 1, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC)- Mootummaan Naannoo Uummattoota kibbaa guyyaa boruu mootummaa haaraa kan hundeessu ta’uu waajjirri sabquunnamtii mana maree naannoo kibbaa beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Irreechi Uummata Oromoo biratti carraa gaarii fi abdii egeereetin kabajama – Preezdaant… Obse Wakgari Oct 1, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa Irreechii Uummata Oromoo biratti carraa gaarii fi abdii egeereetin kabajama jedhaniiru.…
Oduu biyya keessaa Irreechi ayyaana jaalalaa fi nageenyaati akkasumas obbolummaa fi sabdaneessummaa gama cimsuutinis… Obse Wakgari Oct 1, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC)- Irreechi ayyaana jaalalaa fi nageenyaati akkasumas Obbolummaa fi sabdaneessummaa gama cimsuutinis shoora guddaa qaba jedhan Kantiibaan magaalaa…
Oduu biyya keessaa Komiishinichi irreechi Hora Finfinnee nagaan akka kabajamuuf qamoleen nageenyaa qophii xumuruu… Obse Wakgari Oct 1, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC)- Irreechi Hora Finfinnee guyyaa boruu kabajamu karaa nagaan akka kabajamuuf qamoleen nageenyaa qophii xumuruun gara hojiitti galuu komishiniin Poolisii…
Oduu biyya keessaa Gumiin Balal marsaa 13ffaan mata duree ‘hundeeffama mootummaa haaraan ga’ee ijaarsa sirnaaf… Obse Wakgari Oct 1, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC)- Gumiin Balal marsaa 13ffaan mata duree 'hundeeffama mootummaa haaraan ga’ee ijaarsa sirnaaf qabu' jedhurratti xiyyeeffatee gaggeeffamaa jira. Marichi…
Oduu biyya keessaa Tarkaanfiin Lammiileen alaa biyya gadhiisanii akka bahaniif fudhatame seera kabachiisuu fi warreen… Obse Wakgari Oct 1, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC)- Tarkaanfiin Lammiileen alaa biyya gadhiisanii akka bahaniif fudhatame seera kabachiisuu fi warreen biroofis barumsa kan ta’udha jedhan Dubbi Himaan…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti hojiin qulqullinaa bakka itti Irreechi kabajamu gaggeeffame Obse Wakgari Oct 1, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti hojiin qulqullinaa bakka itti Irreechi kabajamu gaggeeffameera. Hojiin qulqullinaa bakka Irreechi Hora Finfinnee itti kabajamu…
Oduu biyya keessaa Filannoon marsaa 6ffaa naannoo Hararii karaa nagaan xumurame – Komishinii Poolisii naannoo… Sifen Megersa Sep 30, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaa naannoo Hararii karaa nagaan xumuramuu Komishinii Poolisii naannoo Hararii beeksiise. Filannoon marsaa 6ffaa sodaa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Somaaleetti naannolee Filannoo hundatti adeemsi sagalee laachuu xumurame – Burtukaan… Sifen Megersa Sep 30, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Naannoo Somaaleetti naannolee Filannoo hundatti adeemsi sagalee laachuu xumuramu walitti qabduun Boordii Filannoo Biyyaalessaa Burtukaan Miidhaksaan…