Manni Maree haaraan bulchiinsa magaalaa Finfinnee Fulbaana 18, 2014 ni hundaa’a
Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) – Manni Maree haaraan bulchiinsa magaalaa Finfinnee Fulbaana 18, 2014 kan hundaa’u ta’uu Af Yaa’ii Mana Maree magaalichaa Aadde Zarfeshawaal…