Preezdaantiin Paartii Badhaadhinaa Dooktar Abiy mallattoo dorgommii Filannoo ifoomsaan
Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC) – Waltajjiin Paartii Badhaadhinaa mata duree ‘sabdaneessummaa obbolummaa Badhaadhina waloof’ jedhuun Sharaatan Addisitti gaggeeffameera.…